Saturday, June 28, 2014

Seenaa Barreesitoota Oromo

Beekan Guluma
Seenaa Barreesitoota Oromo

Beekan Guluma

“Beekan Gulummaa Irranaa jedhama. Lixa Oromiyaatti dhalate. Barnoota digirii jalqabaa Yunivarsiitii Jimmaatti xumuree isumaan barsiisummaaf Yunivarsiitii Amboo seenee barsiisaa turuun barnoota digirii lammataatiif Yunivarsiitii Finfinnee seene. Digiriisaa lammataa xumuree Yunivarsiitii Ambootti deebi’ee ammas takka barsisee digirii sadaffaa (dooktorummaasaaf) Yunivarsiitii Finfinneetti deebi’ee waggaa lammaffaa barataa jira. Nama umuriin 29 yoo ta’u, yeroo ammaa kana kitaabota Afaan Oromoo 19 kan barreesseefi kitaabota 50 oliif gulaalaa kan ta’ee jiruuf dhaloota qubee keessaa barreessitoota hedduu of duukaa hiriirsee hojjechiisaa kan jiru Beekaniif”. Safuu

Kitaabonni kanaan dura Beekan Gulummaa Irranaa-tiin hanga ammaatti maxxanfamanii hawaasa Oromoo bira ga’an lakkoofsaan 19 dha. Kan barreeffamanii maxxanfamuuf qophaa’anii jiran 9 dha. Warreen hawaasa qaqqabanii jiranis kanneen armaan gadiiti. Kana Malees Kitaaboota 50 ol gullaalee jira.

1. KOOTICHA KOTA’AME. Seenaa Asoosamaan Qindaa’e.

2. LOOKOO JAALALAA. Asoosama Dheeraa

3. GAACHANA DHOMMOQE. Asoosama Eenyummaa Gonfachiisu. 2013.

4. BU’UURA BARUMSA AFAAN OROMOOfi AFOOLAa 2013. (Nama Faana).

5. IMAANAA JIREENYAA. 2013. (Nama Faana)

6. HAMUUMMANNAA: Kuusaa Weedduu Oromoo. 2013.

7. BAKKALCHA: Oduuu Durii Oromoofi kan biroo: .2013.

8. MUDATA: Baacoowwan Gaggabaaboofi kan biroo. 2013.

9. OONNATA: Geerarsa Oromoofi kan biroo. 2013.

10. DHIKKIFANNAA: Kuusaa Walaloofi Saayinsiisaa. 2012.

11. GUUBOO SEENAA:Maxxansa 1ffaa. 2012.

12. GUUBOO SEENAA:Maxxansa 2ffaa. 2013.

13. BIIFTUU: Guddina Afaanii. 2012.

14. WAL’AANSOO: Gorsa Dhalootaa. 2012.

15. YANDOO: Ogumaafi Ogwalaloo Oromoo. 2012.

16. NAATOO: Duudhaa Gaa’eela Oromoo. 2011.

17. KATTAA: Ogummaa Barreessuu. 2011.

18. SANYII: Ogummaa Dubbisuu. 2011.

19. DILBII: Bu’uuraalee Afoola Oromoo. 2011.

II. Kitaabota xumuramaa Jiran.

1. FAAJJII SAMII KEESSAA: Asoosama

2. WALDIIGESSA BARII: Asoosama

3. WARQEE QABSOON BOODAA: Asoosama

4. GALAANA RAAFAME: Asoosama

5. JOOBIRA: Mala Barreessuu Ogumaa

6. DHIIGA DHIIGA XUUXE: Walaloo

7. OGUMA AFAANII: Kitaaba Barnootaa

8. NADHII: Afoola Oromoo

9. GIIMII UKKAAMAME: Asoosama

Akkanumaan waa’een barreesitoota og-barruu Oromoo biraatiis

dhufaa jira……

No comments:

Post a Comment